አቶ ዘገየ አስፋው በማረፋቸው ጥልቅ ኀዘን ተሰምቶኛል።
አቶ ዘገየ አስፋው የኢትዮጵያ አርሶ አደሮች በግፍ የተነጠቁት መሬት እንዲመለስለላቸውና የመሬት ሥሪት እንዲቀየር ግንባር ቀደም ሚና የተጫወቱ ናቸው። በተለያየ ጊዜያት በሚኒስትርነት ሀገራቸውን አገልግለዋል። ከዚህም በተጨማሪ በመጨረሻው የእድሜ ዘመናቸው የሀገራችንን ነባር ችግሮች በምክክር ለመፍታት በተቋቋመው ሀገራዊ የምክክር ኮሚሽን ኮሚሽነርነት እያገለገሉ የነበሩና እጅ አጠሮችን በመደገፍ እድሜያቸውን ሙሉ ሀገራቸውን ያገለገሉ ብርቱ አባት ነበሩ።
የሰላም ዕረፍት እንዲሆንላቸው እመኛለሁ።
Obbo Zagayyee Asfaaw lubbuudhaan boqochuusaaniitti gaddi guddaan natti dhagahameera.
Obbo Zagayyee Asfaaw lafti qonnaan bultoonni Itoophiyaa garmalee saamaman akka deebi'uufiifi haalli lafti ittiin bulfamu akka jijjiiramu nama shoora addaduree bahanidha. Yeroowwan addaddaatti ministirummaadhaan biyyasaanii tajaajilaniiru. Kana malees umuriisaanii gara boodanaatti Komiishinii Marii Biyyaalessaa rakkoowwan biyya keenyaa bulan mariidhaan hiikuuf hundaa'e keessatti Komiishinarummaadhaan tajaajilaa kan turaniifi, abbaa jabaa bara jireenyasaanii guutuu namoota harka qal'eeyyii deeggaruudhaan biyyasaanii tajaajilaa turanidha.
Nagaan akka boqotanin hawwa.
Comments
ምንም አልተገኘም.
አስተያየቶችዎን ይተዉት.