እንኳን ደስ አለን፣ እንኳን ደስ አላችሁ!
ዛሬ በነገዋ የሴቶች ተሀድሶና ክህሎት ማበልጸጊያ ማዕከል ስልጠናቸውን ሲከታተሉ የቆዩ በአስከፊ የኑሮ ሁኔታ ውስጥ የነበሩ የተሰጣቸውን ስልጠና በብቃት እና በተሳካ ሁኔታ ያጠነቀቁ የመጀመሪያ ዙር ሰልጣኝ ሴቶችን አስመርቀናል።
ተመራቂ ሰልጣኞቹ በአምስት ዲፓርትመንት፣ በአስራ ስምንት የሙያ ዘርፎች ላለፉት አራት ወራት ስልጠና በመውሰድና የስነ ልቦና ምክር በማግኘት ከነበሩበት አስከፊ የኑሮ ሁኔታ ለመውጣት ድጋፍ ሲደረግላቸው የቆዩ እንዲሁም በቀጣይ በስራ ሂደት ክትትል እና ድጋፍ የምናደርግላቸው ሲሆን፣ ሁሉም ሰልጣኞች የስራ እድል ተፈጥሮላቸው የመስሪያ ቦታ ቁልፎችን በዛሬው ዕለት ተረክበዋል።
ማህበራዊ ፍትህ የነገሰባት ከተማን ለመገንባት በጀመርነው ስራ ለወገኖቻችን የተስፋ ብርሀን በመፈንጠቅ ተስፋን የሚያለመልሙ ሰው ተኮር ስራዎችን እንድንሰራ ከጎናችን የቆማችሁ ልበ-ቀና ባለሃብቶችን በተመራቂ ተማርዎቹ ስም በድጋሚ ላመሰግናችሁ እወዳለሁ።
ብሩህ ተስፋ የሰነቃችሁ ውድ የነገዋ የተሃድሶ እና የክህሎት ማበልፀጊያ የመጀመሪያ ዙር ተመራቂ ሰልጣኞች እንኳን ደስ አላችሁ እያልኩ በተሰማራችሁበት የሙያ ዘርፍ ውጤታማ በመሆን ለሌሎችም ምሳሌ እንድትሆኑ አደራ እላለሁ።
ይህ ጅማሮ ነው፣ ገና በርካታ የማህበራዊ እና ኢኮኖሚያዊ ስብራት የደረሰባቸውን ሴቶች ህይወት መጠገን ይጠበቅብናልና ትብብራችሁ ተጠናክሮ እንዲቀጥል ለባለድርሻ አካላት ሁሉ ጥሪ ማድረግ እወዳለሁ።
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ
Baga Gammadne! Baga Gammaddan!
Har'a giddu gala tajaajila haarawoomsaa fi dagaagina ogummaa dubartootaa 'Yanageewaa'tti leenjii isaanii hordofaa turan,haalaa jireenya hammaataa keessa turan leenjii kennameef gahuumsaa fi milkaa'inaan dubartoota xumuran marsaa jalqabaa eebbisiisnee jirra.
Leenjitoonni eebbifaman muummee shaniin,dameelee ogummaa 18 n ji'oota 4f leenjii fudhachuun fi gorsa xiinsammuu argachuudhaan jireenya hammaataa keessa turan keessaa bahuuf deeggarsi taasifamaafii kan turan fi akkasumas fuulduratti hordoffii adeemsa hojii fi deeggarsaa kan goonuuf yennaa ta'u leenjitoota hundaafuu carraan hojii uumameefii furtuu bakka hojiis fudhataniiru.
Magaalaa haqni hawaasummaa keessatti moo'e ijaaruuf hojii eegalleen lammiilee keenyaaf abdii ifaa laachuun hojiilee namarratti xiyyeeffatanii abdii namatti horan akka hojjennu kan nu cinaa dhaabbattan abbootii qabeenyaa onnee gaarii maqaa barattoota eebbifamaniitiin irra deebiin isin galateenfachuun barbaada.
Abdii ifaa kan horattan qaaliiwwan eebbifamtoonni haarawoomsaa fi dagaagina ogummaa badhaadhomsuu yanageewaa marsaa jalqabaa baga gammaddan isiniin jechaa ogummaa irratti bobbaatan irratti milkaa'oo taatanii kanneen birootiifis fakkeenya akka taatan amaanaa isiniin jedha. Kuni jalqabbiidha. Fuulduratti jireenya dubartootaa cabiinsi hawaasummaa fi diinagdee baay'een irra gahe suphuun nurraa eegama waan ta'eef deeggarsi keessan cimee akka itti fufu qooda fudhattoota hundaafuu yaamicha gochuun barbaada.
Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu!
Comments
ምንም አልተገኘም.
አስተያየቶችዎን ይተዉት.